Dhaabbanni ARKA General Construction PLC Gita hojii banaa armaan gadii irratti Beeksisa Qacarrii baasee jira.
1.Gita hojii- marketing, Gurgurtaa Meeshaalee Ijaarsaa fi Raabsaa akkasumas Haala Mijeessitoota hedduu.
2.Mindaa- 6,193 hanga 10,000 fi Qarshii 750 kan bilbila fi Geejjibaa.
3.Iddoo hojii- Finfinnee,Adama,Dire Dawa,Shashamane,Bale Robe,Neqemte fi Magaalaa Jimmaa.
Ulaagaalee fi Dandeettii
1.Sadarkaa barnootaa-Kutaa 12ffaa fi Degree Kamiyyuu.
2.Koorniyaa-Lachuu
3.Afaan hojii naannichaa sirritti kan dubbatu/ttu.
4.Guyyaan Galmee:5/03/2018

Comments
Post a Comment